Kaarentii elektirikii

Kaarentiin elektirikii ykn yaa'antaan eletrikaa yaa'iinsa suuddoowwan chaarja'oo, kanneen akka elektiroonota, ayoonota, wantoo dabarsoo electrikii ta'aa keessa yeroo bikkoo tokkotti dabarfamanii dha..

Bikkoon Waaltawaa kaarentii elektirikii Ampeeriidha, ykn amp yoo ta’u, kunis chaarjii kuulombii tokko yeroo sekondii tokko keessatti yaa’u wajjin walqixadha.