Koompaasii

compass with a slit at cover and looking hole
Koompaasii waraanaa ammayyaa, meeshaa ijaa kan walsimsiisuuf gargaaru dabalatee

Koompaasiin ykn agarsootee meeshaa kallattii bu'uraa agarsiisuu yabaluuf fi teessuma lafaa irratti fayyaduu dha. Yeroo baay'ee kan of keessaa qabu limmoo maagneetii ykn elementii kan biraa, kan akka agarsootee kaardii ykn agarsootee roozii, kan maagneetii kaabaa wajjin walsimsiisuuf garagalchuu danda'u. Malleen biroo, kanneen akka jaayiroskooppii, maagneetoomeetira, fi fudhatoota GPS dabalatee fayyadamuu ni danda’u.